For faster navigation, this Iframe is preloading the Wikiwand page for Saayinsii.

Saayinsii

Saayinsiin ykn Mirkanbeekiin (jecha Laatinii scientia jedhurraa kan dhufe, hiikaansaa "beekumsa") mala ittiin beekumsa waa'ee yuuniversii ijaaruu fi qindeessu yoo ta'u beekkumsi kunis ibsa yaalidhaan qoramuu danda'uu fi waan gara fuulduraa ta'uuf jiru dubbachuu danda'uu irratti hundaa'ee. Hiikaan kan durii garu kanatti kan dhiyaatu "mirkanbeekii" qaama beekumsaa tokko, kan karaa namaa galuun ibsamuu danda'uu fi kan haala amansiisaa ta'een hojiirra oolchun danda'amudha. Namoonni mirkanbeekii hojjatan saayintistii jedhamu.

mirkanbeekiin, ballifamee yoo ilaallame, bara ammayyaa dura ture, qarooma durii baayyee keessa ture. Garuu mirkanbeekiin ammayyaa adeemsa isaatin adda waan ta'eef akkasumas bu'aa isaan waan milkaa'eef jecha mirkanbeekii jedhu kan ammayyaa kun isa kanaan hiikkama. Bara ammayyaa dura, jijjiirramni guddaan kan biraa falaasamni uummamaa kan durii naannoo Giriikitti dhalachuu isaati.

(({Maqaa))}

Mirkanbeekiin waan nuti waa’ee addunyaa uumamaa baruuf goonudha. Mirkanbeekiin uumamaa keemistirii, xiinjiree, xiindachee, xiinurjii fi fiiziksii of keessatti qabata. Mirkanbeekiin herregaa fi yaayaa fayyadama, kunis yeroo tokko tokko "mirkanbeekii idilee" jedhama. Mirkanbeekiin uumamaa ilaalchaa fi yaalii ni taasisa. mirkanbeekiin dhugaa sirrii, seera mirkanbeekii fi yaadiddama ni oomisha. 'mirkanbeekii' jechuunis beekumsa guddaa adeemsa kana fayyadamuun argame agarsiisa.

  • Saayinsii Uumamaas
  • Mirkanbeekii Nafooyee
  • Mirkanbeekii Hojirra Olmaa

Baay'ee guddaa nuuf ulfaadhaa akkata Kanan nuuf qindeessuu keessaniif galatoomaa itti fufaa......

{{bottomLinkPreText}} {{bottomLinkText}}
Saayinsii
Listen to this article

This browser is not supported by Wikiwand :(
Wikiwand requires a browser with modern capabilities in order to provide you with the best reading experience.
Please download and use one of the following browsers:

This article was just edited, click to reload
This article has been deleted on Wikipedia (Why?)

Back to homepage

Please click Add in the dialog above
Please click Allow in the top-left corner,
then click Install Now in the dialog
Please click Open in the download dialog,
then click Install
Please click the "Downloads" icon in the Safari toolbar, open the first download in the list,
then click Install
{{::$root.activation.text}}

Install Wikiwand

Install on Chrome Install on Firefox
Don't forget to rate us

Tell your friends about Wikiwand!

Gmail Facebook Twitter Link

Enjoying Wikiwand?

Tell your friends and spread the love:
Share on Gmail Share on Facebook Share on Twitter Share on Buffer

Our magic isn't perfect

You can help our automatic cover photo selection by reporting an unsuitable photo.

This photo is visually disturbing This photo is not a good choice

Thank you for helping!


Your input will affect cover photo selection, along with input from other users.

X

Get ready for Wikiwand 2.0 🎉! the new version arrives on September 1st! Don't want to wait?